Maal nuuf wayya.

Maal nuuf wayya firaa?
sabaa akkam taanuu
sanyii ko maal wayya?
dhabnee waan nuuf toluu
tola gaarii oollus
kunnee afaan keenyus
quba nu ciniinuu
galata hin beekan
jarreen tasa safuu
nu balleessuuf gamuu
yoom isaan nuuf rafuu
jaarraa tokko teellaa
waggaa dhufaa darbaa
nu saaman yoom quufuu

Published by https://jirraaonline.wordpress.com

Maalif garuu?

Design a site like this with WordPress.com
Get started