Keessa qabaadhu.

Keessa Qabaadhu

Sossobbi Miira Ofii
Of Fakkeessun Luba
Bara Booruun Dhoqqatu
Nama Nyaachisa Quba

Har’a Suuqa Ofgalchite
Akka Hingaabbine Booda
Eenyummaake Gammachiisi
Keessa Qabaadhu Qooda…
…# Comment_share

Published by https://jirraaonline.wordpress.com

Maalif garuu?

Design a site like this with WordPress.com
Get started